Dhuga Ba’umsa Amantii Ergamootaa - Barsiisa Kiristoos Isa Gara Jalqabaa

Par : Paul C. Jong
Offrir maintenant
Ou planifier dans votre panier
Disponible dans votre compte client Decitre ou Furet du Nord dès validation de votre commande. Le format ePub est :
  • Compatible avec une lecture sur My Vivlio (smartphone, tablette, ordinateur)
  • Compatible avec une lecture sur liseuses Vivlio
  • Pour les liseuses autres que Vivlio, vous devez utiliser le logiciel Adobe Digital Edition. Non compatible avec la lecture sur les liseuses Kindle, Remarkable et Sony
Logo Vivlio, qui est-ce ?

Notre partenaire de plateforme de lecture numérique où vous retrouverez l'ensemble de vos ebooks gratuitement

Pour en savoir plus sur nos ebooks, consultez notre aide en ligne ici
C'est si simple ! Lisez votre ebook avec l'app Vivlio sur votre tablette, mobile ou ordinateur :
Google PlayApp Store
  • FormatePub
  • ISBN8224548231
  • EAN9798224548231
  • Date de parution26/03/2024
  • Protection num.pas de protection
  • Infos supplémentairesepub
  • ÉditeurVirtued Press

Résumé

Warra akka keenya Waaqayyotti amananii jiraniif amantiin ergamootaa barsiisa hafuuraa guddaa nuuf argamsiisu. Amantiin isaanii ergaa guddaa laphee keenya keessa nuuf kaa'a, sababiinsaa wangeela qajeelummaa Waaqayyoo waan labsuuf. Kanaafuu waan hundumaa dursa amantii akkanaa qabaachuu nu barbaachisa. Namni Yesuusitti amanu kam iyyuu qajeelummaa Waaqayyoo beekee itti amanee guutummaa addunyaatti labsuu qaba, sababiinsaa wangeelichi guutummaa biyya lafaatti yoo lallabame malee namni karaa ittiin qajeelummaa Isaa beekee amanu waan hin qabneef.
Karaa dubbii Waaqayyoo cubbamoonni qajeelummaa Isaa beekuu danda'u. Qajeelummaa Waaqayyoo argachuudhaaf dubbicha amantiidhaan fudhachuu barbaachisa. Amantii dubbii Waaqayyoo irratti hundaa'ee qajeelummaa Waaqayyoo nama argamsiisu malee namni kam iyyuu Gooftaa akka Fayyisaatti itti amanuu hin danda'u. Kanaafuu amantii dhugaa isa qajeelummaa Waaqayyoo argamsiisutti amannee amanamoo Luboota Isaa haa taanu.
Amanamoo Luboota Isaa jechuun warra qajeelummaa Waaqayyootti amananii dhiifama cubbuu isaanii argatan jechuu dha. Qajeelummaa Waaqayyootti amanuudhaan warra amantii dhugaa qajeelota saba Isaatii ta'an ta'uu dandeenya. Nutis amantii ergamoonni qabaachaa turan qabaachuu dandeenya.

HIKMAT DARI INJIL SEDERHANA
Paul C. Jong
E-book
2,99 €