SOLDES
Jusqu'à -70% sur une sélection d'articles*
- Accueil /
- Dereje Beka
Dereje Beka

Dernière sortie
Gatiin Kee Meeqa
Gatiin kee qarshii baankii keessa jiruun, hojii ati hojjattuun , ykn yaada namoota birootin waan madaalamu sitting fakkaataa? Addunyaa yeroo hundumaa milkaa'ummaa Kenyan numadaaltu kana keessatti, eenyummaa eenyummaa Kenya is a dhugaa argachuu qabna. "Kitaaba gatiin kee meeqa jedhu kanaan barreessaa Darajjee Beekaa eenyummaa kee is a dhugaa fi gatiikee akka beektuuf karaa siif saaqa. Kitaaba kana keessatti>>Dhugaa waa'ee eenyummaa keetii sibarsiisu>>maalif yeroonkee fi sammuun kee is a hunda caalu akka ta'e>>dandeettii kee fi kennaa addaa sikeessa jiru akkamitti akka mul'istu>>sodaa fi of tuffachuu keessaa ba'uudhaan akkamitti jireenya mo'ichaa akka jiraattu sit I argisiisa.